LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 9:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Jiraattonni jalqabaa warri gara dhaala isaanii isa magaalota isaanii keessatti argamuutti deebiʼan Israaʼelota tokko tokko, luboota, Leewwotaa fi tajaajiltoota mana qulqullummaa* turan.+

  • 1 Seenaa Baraa 9:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Karra eegdonni+ Shaalum, Aquub, Taalmoon, Ahimaan, akkasumas obboleessa isaanii Shaalum isa dura buʼaa taʼe turan;

  • Izraa 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan,+ warra Nebukadnezaar mootiin Baabilon gara Baabilonitti boojiʼee fudhatee+ turee fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan+ turan;

  • Izraa 2:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Ilmaan karra eegdotaa:+ ilmaan Shaalum, ilmaan Ateer, ilmaan Taalmoon,+ ilmaan Aquub,+ ilmaan Haxiixaa fi ilmaan Shobaay walumaa galatti 139.

  • Nahimiyaa 12:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Maataaniyaan,+ Baaqbuqiyaan, Obaadiyaan, Meshulaam, Taalmoonii fi Aquub+ karra eegdota+ taʼanii eegumsaaf dhaabbachuudhaan kutaawwan mana kuusaa karrawwan bira jiran eegu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi