-
1 Seenaa Baraa 9:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Karra eegdonni+ Shaalum, Aquub, Taalmoon, Ahimaan, akkasumas obboleessa isaanii Shaalum isa dura buʼaa taʼe turan;
-
-
Nahimiyaa 11:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Dura buutonni koonyaa warri Yerusaalem keessa jiraatan kanneen kana turan. (Israaʼelonni kaan, luboonni, Leewwonni, tajaajiltoonni mana qulqullummaa*+ fi ilmaan tajaajiltoota Solomoon+ magaalota Yihudaa keessa, jechuunis tokkoon tokkoon isaanii magaalota isaanii keessa dhaala isaanii irra ni jiraatan.+
-
-
Nahimiyaa 11:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Karra eegdota kan turan Aquubii fi Taalmoon,+ akkasumas obboloota isaanii warra karrawwan irratti eegaa turan, walumaa galatti namoota 172 turan.
-