Izraa 2:70 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 70 Luboonni, Leewwonni, sabicha keessaa namoonni muraasni, faarfattoonni, karra eegdonnii fi tajaajiltoonni mana qulqullummaa* magaalota isaanii keessa jiraachuu jalqaban; Israaʼelonni kaan hundis* magaalota isaanii keessa jiraachuu jalqaban.+
70 Luboonni, Leewwonni, sabicha keessaa namoonni muraasni, faarfattoonni, karra eegdonnii fi tajaajiltoonni mana qulqullummaa* magaalota isaanii keessa jiraachuu jalqaban; Israaʼelonni kaan hundis* magaalota isaanii keessa jiraachuu jalqaban.+