LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Jiraattonni Gibeʼonis+ wanta Iyyaasuun Yerikoo+ fi Aay+ irratti raawwate ni dhagaʼan.

  • Iyyaasuu 9:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Haa taʼu malee, Iyyaasuun guyyaa sanatti guutummaa yaaʼichaatiif, akkasumas iddoo aarsaa Yihowaa isa bakka inni filatutti+ argamuuf warra qoraan funaananii fi bishaan waraaban akka taʼan ni godhe;+ isaanis hamma harʼaatti hojii kana hojjechaa jiru.+

  • Izraa 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis gara Idoo isa bakka Kaasiifiyaa jedhamu keessatti geggeessaa taʼe sanaa akka dhaqan isaan nan ajaje. Idoo fi obboloonni isaa warri tajaajiltoota mana qulqullummaa* taʼanii fi Kaasiifiyaa keessa jiraatan, mana Waaqa keenyaatiif tajaajiltoota akka nuuf fidan akka isaan gaafatan isaanitti nan hime.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi