LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 7:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan, warra Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon boojiʼee fudhatee turee+ fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan turan;+  7 isaan Zarubaabel,+ Yeshuwaa,+ Nahimiyaa, Azaariyaa, Raaʼaamiyaa, Naahaamaanii, Mordekaay, Bilshaan, Misphereet, Bigwaay, Nehuumii fi Baʼaanaa wajjin dhufan.

      Lakkoofsi dhiirota Israaʼel kanneen kana kan dabalatu ture:+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi