LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 2:2-35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 isaan Zarubaabel,+ Yeshuwaa,+ Nahimiyaa, Seraayaa, Reʼelaayaa, Mordekaay, Bilshaan, Misphaar, Bigwaay, Rehuumii fi Baʼaanaa wajjin dhufan.

      Lakkoofsi dhiirota Israaʼel kanneen kana kan dabalatu ture:+ 3 ilmaan Paarosh 2,172; 4 ilmaan Shefaatiyaa 372; 5 ilmaan Araa+ 775; 6 ilmaan Yeshuwaa fi ilmaan Yoʼaab keessaa, ilmaan Paahaat Moʼaab+ 2,812; 7 ilmaan Eelaam+ 1,254; 8 ilmaan Zaatuu+ 945; 9 ilmaan Zaakaay 760; 10 ilmaan Baanii 642; 11 ilmaan Bebaay 623; 12 ilmaan Azgaad 1,222; 13 ilmaan Adoniqaam 666; 14 ilmaan Bigwaay 2,056; 15 ilmaan Adiin 454; 16 mana Hisqiyaas keessaa ilmaan Ateer 98; 17 ilmaan Bezaay 323; 18 ilmaan Yoraa 112; 19 ilmaan Hashuum+ 223; 20 ilmaan Giibaar 95; 21 ilmaan Beetaliheem 123; 22 namoonni Netoofaa 56; 23 namoonni Anaatot+ 128; 24 ilmaan Azmaawet 42; 25 ilmaan Qiriyaat Yeʼariim, ilmaan Kefiiraa fi ilmaan Beʼeerot 743; 26 ilmaan Raamaa+ fi ilmaan Geebaa+ 621; 27 namoonni Mikmaas 122; 28 namoonni Beetelii fi Aay+ 223; 29 ilmaan Neboo+ 52; 30 ilmaan Maagbiish 156; 31 ilmaan Eelaam isa kan biraa 1,254; 32 ilmaan Hariim 320; 33 ilmaan Lood, ilmaan Hadiidii fi ilmaan Onoo 725; 34 ilmaan Yerikoo 345; 35 ilmaan Senaaʼaa 3,630.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi