-
Nahimiyaa 7:8-38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 ilmaan Paarosh 2,172; 9 ilmaan Shefaatiyaa 372; 10 ilmaan Araa+ 652; 11 ilmaan Yeshuwaa fi ilmaan Yoʼaab+ keessaa, ilmaan Paahaat Moʼaab+ 2,818; 12 ilmaan Eelaam+ 1,254; 13 ilmaan Zaatuu 845; 14 ilmaan Zaakaay 760; 15 ilmaan Binuuy 648; 16 ilmaan Bebaay 628; 17 ilmaan Azgaad 2,322; 18 ilmaan Adoniqaam 667; 19 ilmaan Bigwaay 2,067; 20 ilmaan Adiin 655; 21 mana Hisqiyaas keessaa ilmaan Ateer 98; 22 ilmaan Hashuum 328; 23 ilmaan Bezaay 324; 24 ilmaan Hariif 112; 25 ilmaan Gibeʼon+ 95; 26 namoonni Beetaliheemii fi Netoofaa 188; 27 namoonni Anaatot+ 128; 28 namoonni Beet Azmaawet 42; 29 namoonni Qiriyaat Yeʼariim,+ Kefiiraa fi Beʼeerot+ 743; 30 namoonni Raamaa fi Geebaa+ 621; 31 namoonni Mikmaas+ 122; 32 namoonni Beetelii+ fi Aay+ 123; 33 namoonni Neboo isa kan biraa 52; 34 ilmaan Eelaam isa kan biraa 1,254; 35 ilmaan Hariim 320; 36 ilmaan Yerikoo 345; 37 ilmaan Lood, ilmaan Hadiidii fi ilmaan Onoo+ 721; 38 ilmaan Senaaʼaa 3,930.
-