-
Izraa 8:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Bara bulchiinsa Arxeksis+ Mootichaatti dura buutonni manneen abbootii isaanii fi galmeen hidda dhalootaa namoota anaa wajjin Baabilon keessaa baʼanii kanneen kana turan:
-
-
Izraa 8:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 ilmaan Yoʼaab keessaa Obaadiyaa ilma Yehiʼelii fi dhiirota isaa wajjin turan 218;
-