Izraa 7:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waggaa torbaffaa Arxeksis Mootichaattis Israaʼelonni, luboonni, Leewwonni,+ faarfattoonni,+ karra eegdonnii+ fi tajaajiltoonni mana qulqullummaa*+ tokko tokko gara Yerusaalemitti ol ni baʼan.
7 Waggaa torbaffaa Arxeksis Mootichaattis Israaʼelonni, luboonni, Leewwonni,+ faarfattoonni,+ karra eegdonnii+ fi tajaajiltoonni mana qulqullummaa*+ tokko tokko gara Yerusaalemitti ol ni baʼan.