Izraa 10:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 ilmaan Eelaam+ keessaa, Maataaniyaa, Zakkaariyaas, Yehiʼel,+ Abdii, Yeremootii fi Eeliyaas; Izraa 10:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Kanneen kun hundi haadhotii manaa biyya ormaa fuudhanii turan;+ isaanis haadhotii manaa isaanii ijoollee isaanii wajjin ni geggeessan.+
44 Kanneen kun hundi haadhotii manaa biyya ormaa fuudhanii turan;+ isaanis haadhotii manaa isaanii ijoollee isaanii wajjin ni geggeessan.+