-
Izraa 2:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 ilmaan Eelaam+ 1,254;
-
-
Izraa 8:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Bara bulchiinsa Arxeksis+ Mootichaatti dura buutonni manneen abbootii isaanii fi galmeen hidda dhalootaa namoota anaa wajjin Baabilon keessaa baʼanii kanneen kana turan:
-
-
Izraa 8:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 ilmaan Eelaam+ keessaa Yeshaayaa ilma Ataaliyaa fi dhiirota isaa wajjin turan 70;
-