5 Filisxeemonnis Israaʼelota waraanuuf gaarii fardaa 30,000, abbootii fardeenii 6,000 fi loltoota lakkoofsi isaanii akka cirracha qarqara galaanaa baayʼatu walitti qabatan;+ achiis ol baʼanii Mikmaash ishii Beet Aween+ irraa gara bahaatti argamtu keessa buufatan.