LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 7:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Iyyaasuun, “Ol baʼaatii biyyattii basaasaa” jedhee Yerikoo irraa gara Aay+ ishii Beet Aween biratti, Beetel+ irraa immoo kallattii bahaatiin argamtutti namoota erge. Kanaafuu, namoonni sun ol baʼanii Aayiin ni basaasan.

  • Iyyaasuu 18:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Gosa Biiniyaamiif akka maatii maatii isaaniitti carraan ni baʼe; naannoon carraadhaan isaaniif baʼes saba Yihudaa+ fi saba Yoseef+ gidduu ture. 12 Kallattii kaabaatiin daangaan isaanii Yordaanos biraa jalqaba; achiis karaa kaabaatiin ol baʼee gara irraan gadee Yerikootti+ qajeeluudhaan, kallattii dhihaatiin gaarichatti erga ol baʼee booda lafa onaa Beet Aween+ bira gaʼa.

  • 1 Saamuʼel 14:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Kanaafuu, guyyaa sanatti Yihowaan Israaʼelota ni oolche;+ waraanichis hamma Beet Aweenitti+ itti fufe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi