8 Boodas achii baʼee gara naannoo gaarotaa Beetel+ irraa kallattii bahaatiin argamuu ni dhaqe; achiis Beeteliin kallattii dhihaatti, Aayiin+ immoo kallattii bahaatti hambisee dunkaana isaa dhaabe. Achittis Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ijaaree,+ maqaa Yihowaa waammachuu jalqabe.+