Izraa 10:43, 44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 ilmaan Neboo keessaa, Yeyiʼel, Maataatiyaa, Zaabaad, Zebinaa, Yaadaay, Yooʼelii fi Benaayaa. 44 Kanneen kun hundi haadhotii manaa biyya ormaa fuudhanii turan;+ isaanis haadhotii manaa isaanii ijoollee isaanii wajjin ni geggeessan.+
43 ilmaan Neboo keessaa, Yeyiʼel, Maataatiyaa, Zaabaad, Zebinaa, Yaadaay, Yooʼelii fi Benaayaa. 44 Kanneen kun hundi haadhotii manaa biyya ormaa fuudhanii turan;+ isaanis haadhotii manaa isaanii ijoollee isaanii wajjin ni geggeessan.+