Nahimiyaa 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan, warra Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon boojiʼee fudhatee turee+ fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan turan;+ Nahimiyaa 7:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Faarfattoota:+ ilmaan Asaaf+ 148.
6 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan, warra Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon boojiʼee fudhatee turee+ fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan turan;+