17 Atis maallaqa kanaan hatattamaan qotiyyoo,+ korbeeyyii hoolaa+ fi xobbaallaa hoolaa,+ akkasumas aarsaawwan midhaanii+ fi aarsaawwan dhugaatii+ warra isaanii wajjin dhihaatan bittee, iddoo aarsaa mana Waaqa keetii isa Yerusaalem keessatti argamu irratti ni dhiheessita.