-
2 Mootota 10:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Bara sanatti Yihowaan suutuma suuta Israaʼeliin hirʼisuu jalqabe. Hazaaʼel guutummaa naannoo Israaʼel keessatti isaan ni rukuta ture;+
-
-
2 Seenaa Baraa 36:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaan kan kaʼes, inni mootii Kaladootaa+ isaanitti ni erge; innis dargaggoota isaanii mana qulqullummaa isaanii+ keessatti goraadeedhaan ni ajjeese;+ dargaggeessaaf yookiin durbaaf, maanguddoodhaaf yookiin isa dadhabaadhaaf garaa hin laafne.+ Waaqayyos wanta hundumaa harka isaatti dabarsee kenne.+
-