-
Izraa 8:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Achiis meetii, warqii fi miʼawwan, jechuunis buusii mootichi, gorsitoonni isaa, bulchitoonni isaa fi Israaʼelonni achitti argaman hundi mana Waaqa keenyaatiif+ godhan madaalee isaanitti nan kenne.
-