-
Lakkoofsa 28:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Akkana isaaniin jedhi: ‘Aarsaan ibiddaan dhihaatu inni isin Yihowaadhaaf dhiheessitan kana dha: yeroo hundumaa guyyaa guyyaadhaan hoolota xobbaallaa kormaa waggaa tokko guutan lama.+ 4 Xobbaallaa hoolaa kormaa isa tokko ganama, xobbaallaa hoolaa kormaa isa kan biraa immoo yeroo dimimmisaaʼu* ni dhiheessita;+
-