Zakkaariyaas 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Harki Zarubaabel buʼuura mana kanaa kaaʼeera,+ kan ijaaree xumurus harkuma isaa ti.+ Isinis gara keessanitti kan na erge Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼuu isaa dhugumaan ni hubattu.
9 “Harki Zarubaabel buʼuura mana kanaa kaaʼeera,+ kan ijaaree xumurus harkuma isaa ti.+ Isinis gara keessanitti kan na erge Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼuu isaa dhugumaan ni hubattu.