Nahimiyaa 6:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Hundi isaanii, “Harki isaanii hojicha irratti ni laafa; hojichis hin xumuramu” jedhanii yaaduudhaan nu doorsisuuf yaalii godhu turan.+ Yeroo kanatti, harka koo naaf jabeessi+ jedheen kadhadhe.
9 Hundi isaanii, “Harki isaanii hojicha irratti ni laafa; hojichis hin xumuramu” jedhanii yaaduudhaan nu doorsisuuf yaalii godhu turan.+ Yeroo kanatti, harka koo naaf jabeessi+ jedheen kadhadhe.