LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 68:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Waaqayyo iddoo qulqulluu isaa* isa guddaa keessaa ni sodaachisa.+

      Inni Waaqa Israaʼel

      Isa namootaaf jabinaa fi humna kennu dha.+

      Waaqayyo haa jajamu.

  • Faarfannaa 138:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Guyyaan si waammadhetti, deebii naaf kennite;+

      Na onnachiiste, na cimsites.+

  • Isaayyaas 41:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+

      Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+

      Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+

      Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi