Faarfannaa 29:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yihowaan saba isaatiif jabina kenna.+ Yihowaan saba isaa nagaadhaan eebbisa.+ Isaayyaas 12:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+ Isaayyaas 41:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+ Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+ Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’
2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+
10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+ Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+ Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’