LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 6:10-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis gara mana Shemaayaa isa ilma Delaayaa, ilma Meheetaabel taʼe sanaa nan dhaqe; yeroo kanatti inni mana isaa keessaa hin baʼu ture. Innis, “Isaan si ajjeesuuf dhufaa waan jiraniif, mana Waaqa dhugaatti, jechuunis mana qulqullummaa keessatti wal arguuf beellama haa qabannu; balbaloota mana qulqullummaas haa cufnu. Isaan si ajjeesuuf halkaniin ni dhufu” naan jedhe. 11 Ani garuu, “Namni akka kootii baqachuu qabaa? Namni akka kootii gara mana qulqullummaatti seenee lubbuudhaan jiraachuu ni dandaʼaa?+ Ani achi keessa hin seenu!” isaan nan jedhe. 12 Anis Waaqayyo akka isa hin ergine, kanaa mannaa, raajii kana ana irratti akka dubbatuuf Xoobiyaanii fi Saanbaalaax+ akka isa bitan nan hubadhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi