-
Ermiyaas 49:35, 36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Kunoo, ani iddaa Eelaam+ isa madda* jabina isaanii taʼe nan cabsa. 36 Andaara samii arfan irraa Eelaam irratti bubbeewwan arfan nan fida; gara bubbeewwan kana hundumaattis isaan nan bittinneessa. Sabni namoonni Eelaam warri bittinnaaʼan itti hin deemne tokko illee hin jiraatu.’”
-