LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Hosheʼaan+ ilmi Eelaa mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa sadaffaa isaatti, Hisqiyaas+ ilmi Akaaz+ mootii Yihudaa mootii ni taʼe.

  • 2 Mootota 18:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yihowaanis isaa wajjin ture. Wanta hojjetu hunda ogummaadhaan raawwata ture. Inni mootii Asoor irratti fincila ni kaase; isa tajaajiluus ni dide.+

  • 2 Mootota 24:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Wantoonni kun Yerusaalemii fi Yihudaa irra kan gaʼan dheekkamsa Yihowaatiin kan kaʼe ture; hamma inni of duraa isaan gatuttis wantoonni kun isaan irra ni gaʼan.+ Zedeeqiyaanis mootii Baabilon irratti fincila kaase.+

  • Izraa 4:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 kanaafuu, kitaaba seenaa abbootii keetii irratti qorannaan haa godhamu.+ Kitaaba seenaa irraas magaalaan kun magaalaa finciltuu, moototaa fi koonyaawwan kan miitu akka taate, bara duriitii jalqabees warri fincila kakaasan ishii keessa akka turan ni hubatta. Magaalaan kun kan balleeffamte kanaaf ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi