Asteer 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 jechuunis bara Ahaashweros Mootichi dahoo* Shushaan*+ keessa teessoo mootummaa isaa irra taaʼaa turetti, Asteer 3:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ergamtoonni sunis ajaja mootichaatiin saffisaan baʼanii deeman;+ seerichis dahoo* Shushaan*+ keessatti ni labsame. Achiis mootichii fi Haamaan dhugaatii dhuguudhaaf ni taaʼan; magaalaan Shushaan* garuu jeequmsa keessa turte. Daaniʼel 8:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yommuun mulʼaticha ilaaletti dahoo* Shushaan*+ ishii koonyaa Eelaam+ keessatti argamtu keessan ture; mulʼatichaan jalʼisii Uulaay bira akkan jiru nan arge.
2 jechuunis bara Ahaashweros Mootichi dahoo* Shushaan*+ keessa teessoo mootummaa isaa irra taaʼaa turetti,
15 Ergamtoonni sunis ajaja mootichaatiin saffisaan baʼanii deeman;+ seerichis dahoo* Shushaan*+ keessatti ni labsame. Achiis mootichii fi Haamaan dhugaatii dhuguudhaaf ni taaʼan; magaalaan Shushaan* garuu jeequmsa keessa turte.
2 Yommuun mulʼaticha ilaaletti dahoo* Shushaan*+ ishii koonyaa Eelaam+ keessatti argamtu keessan ture; mulʼatichaan jalʼisii Uulaay bira akkan jiru nan arge.