Uumama 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ilmaan Seem, Eelaam,+ Ashuur,+ Arfaaksaad,+ Luudii fi Aaraam+ turan. Isaayyaas 11:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Guyyaa sanatti Yihowaan, yeroo lammaffaadhaaf saba isaa warra hafan kanneen Asoor,+ Gibxii,+ Phaatros,+ Kuush,+ Eelaam,+ Shinaar,* Hamaatii fi odolawwan galaanaa irraa oolan deebifachuuf ammas harka isaa ni diriirsa.+ Isaayyaas 21:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Mulʼanni hamaan tokko natti himameera: Inni gantuun gantummaa raawwachaa jira,Inni badiisa geessisus badiisa geessisaa jira. Yaa Eelaam, ol baʼi! Yaa Meedon,+ itti marsi! Ani dhiphina ishiin geessiste hundumaa nan balleessa.+
11 Guyyaa sanatti Yihowaan, yeroo lammaffaadhaaf saba isaa warra hafan kanneen Asoor,+ Gibxii,+ Phaatros,+ Kuush,+ Eelaam,+ Shinaar,* Hamaatii fi odolawwan galaanaa irraa oolan deebifachuuf ammas harka isaa ni diriirsa.+
2 Mulʼanni hamaan tokko natti himameera: Inni gantuun gantummaa raawwachaa jira,Inni badiisa geessisus badiisa geessisaa jira. Yaa Eelaam, ol baʼi! Yaa Meedon,+ itti marsi! Ani dhiphina ishiin geessiste hundumaa nan balleessa.+