LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 51:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Xiyyawwan qaradhaa;+ gaachanootas qabadhaa.*

      Yihowaan Baabiloniin ona gochuu waan barbaadeef,

      Hafuura mootota Meedon kakaaseera.+

      Sababiin isaas, Yihowaan haaloo ni baʼa, inni mana qulqullummaa isaatiif haaloo ni baʼa.

  • Ermiyaas 51:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Saboota ishii irratti ramadaa,*

      Mootota Meedon,+ bulchitoota ishii fi bulchitoota ishii warra gad aanoo hundumaa,

      Akkasumas biyyoota isaan jalatti bulan hundumaa ishii irratti ramadaa.

  • Daaniʼel 5:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 “FEERES jechuun, mootummaan kee ni hirame; Meedonii fi Faarsiif ni kenname jechuu dha.”+

  • Daaniʼel 5:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Halkanuma sana Belshaazaar inni mootii Kaladootaa taʼe ni ajjeefame.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi