Nahimiyaa 13:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Waggaa 32ffaa+ bara Arxeksis+ mootii Baabilonitti gara mootichaa dhaqee waanan tureef, ani yeroo kana hundumaatti Yerusaalem keessa hin turre; yeroo muraasa boodas mootichi heyyama akka naaf kennu nan gaafadhe.
6 Waggaa 32ffaa+ bara Arxeksis+ mootii Baabilonitti gara mootichaa dhaqee waanan tureef, ani yeroo kana hundumaatti Yerusaalem keessa hin turre; yeroo muraasa boodas mootichi heyyama akka naaf kennu nan gaafadhe.