Izraa 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Wantoota kana booda, bara bulchiinsa Arxeksis+ mootii Faarsitti Izraan*+ ni deebiʼe. Inni ilma Seraayaa+ yeroo taʼu, Seraayaan ilma Azaariyaa, Azaariyaan ilma Hilqiyaa,+ Nahimiyaa 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Waggaa 20ffaa+ Arxeksis Mootichaatti,+ jiʼa Niisaanitti* daadhiin wayinii isa dura kaaʼamee ture; anis akkuman duraan gochaa ture daadhii wayinii sana fuudheen mootichaaf kenne.+ Haa taʼu malee, isa duratti matumaa gaddee hin beekun ture.
7 Wantoota kana booda, bara bulchiinsa Arxeksis+ mootii Faarsitti Izraan*+ ni deebiʼe. Inni ilma Seraayaa+ yeroo taʼu, Seraayaan ilma Azaariyaa, Azaariyaan ilma Hilqiyaa,+
2 Waggaa 20ffaa+ Arxeksis Mootichaatti,+ jiʼa Niisaanitti* daadhiin wayinii isa dura kaaʼamee ture; anis akkuman duraan gochaa ture daadhii wayinii sana fuudheen mootichaaf kenne.+ Haa taʼu malee, isa duratti matumaa gaddee hin beekun ture.