Nahimiyaa 2:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Saanbaalaax Hooronichi, Xoobiyaan+ Amoonichi+ inni abbaa taayitaa* taʼee fi Geeshem Arabichi+ yommuu kana dhagaʼan nutti qoosuu+ fi nu tuffachuu jalqaban; akkasumas, “Maal gochaa jirtu? Mooticha irratti fincilaa jirtuu?”+ nuun jedhan. Nahimiyaa 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Saanbaalaax, Xoobiyaan,+ Araboonni,+ Amoononnii fi Ashdoodonni+ hojiin dallaawwan Yerusaalem haaressuuf hojjetamu saffisaa akka jiruu fi gidduun isaanii wal qabachaa akka jiru akkuma dhagaʼaniin baayʼee aaran.
19 Saanbaalaax Hooronichi, Xoobiyaan+ Amoonichi+ inni abbaa taayitaa* taʼee fi Geeshem Arabichi+ yommuu kana dhagaʼan nutti qoosuu+ fi nu tuffachuu jalqaban; akkasumas, “Maal gochaa jirtu? Mooticha irratti fincilaa jirtuu?”+ nuun jedhan.
7 Saanbaalaax, Xoobiyaan,+ Araboonni,+ Amoononnii fi Ashdoodonni+ hojiin dallaawwan Yerusaalem haaressuuf hojjetamu saffisaa akka jiruu fi gidduun isaanii wal qabachaa akka jiru akkuma dhagaʼaniin baayʼee aaran.