6 Yaanni akkana jedhu irratti barreeffamee ture: “Atii fi Yihudoonni fincila kaasuuf+ mariʼachaa akka jirtan saboota gidduutti dhagaʼamaa jira; Geeshemis+ kana dubbachaa jira. Dallicha ijaaraa kan jirtan kanumaafi; akka odeeffamaa jiru kanattis ati mootii isaanii ni taata.