Nahimiyaa 2:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Saanbaalaax Hooronichi, Xoobiyaan+ Amoonichi+ inni abbaa taayitaa* taʼee fi Geeshem Arabichi+ yommuu kana dhagaʼan nutti qoosuu+ fi nu tuffachuu jalqaban; akkasumas, “Maal gochaa jirtu? Mooticha irratti fincilaa jirtuu?”+ nuun jedhan.
19 Saanbaalaax Hooronichi, Xoobiyaan+ Amoonichi+ inni abbaa taayitaa* taʼee fi Geeshem Arabichi+ yommuu kana dhagaʼan nutti qoosuu+ fi nu tuffachuu jalqaban; akkasumas, “Maal gochaa jirtu? Mooticha irratti fincilaa jirtuu?”+ nuun jedhan.