- 
	                        
            
            Nahimiyaa 6:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Achiis gara mana Shemaayaa isa ilma Delaayaa, ilma Meheetaabel taʼe sanaa nan dhaqe; yeroo kanatti inni mana isaa keessaa hin baʼu ture. Innis, “Isaan si ajjeesuuf dhufaa waan jiraniif, mana Waaqa dhugaatti, jechuunis mana qulqullummaa keessatti wal arguuf beellama haa qabannu; balbaloota mana qulqullummaas haa cufnu. Isaan si ajjeesuuf halkaniin ni dhufu” naan jedhe.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Nahimiyaa 6:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Isaan na arrabsuuf jecha sababa maqaa koo itti balleessan akka argataniif, inni na doorsisee cubbuu na hojjechiisuuf bitamee ture.
 
 -