-
Nahimiyaa 2:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Dhuma irrattis, “Haala gaddisiisaa nuti keessa jirru, Yerusaalem diigamtee akka jirtu, karrawwan ishiis ibiddaan akka gubaman ni argitu. Salphinni kun akka itti hin fufneef, kottaa, dallaawwan Yerusaalem deebisnee haa ijaarru” isaaniin nan jedhe.
-
-
Daaniʼel 9:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Yeroo Yerusaalemiin iddoo ishiitti deebisuu fi deebisanii ijaaruuf+ ajajni itti kenname irraa jalqabee hamma Masiihiin*+ inni Geggeessaa+ taʼe dhufutti torbeen 7 fi torbeen 62 akka taʼu beeki, hubadhus.+ Ishiin iddoo ishiitti ni deebiti, deebitees ni ijaaramti; addabaabayiinii fi boʼoon ishii deebiʼee ni ijaarama; kun kan taʼu garuu yeroo rakkisaa keessatti dha.
-