-
Luqaas 3:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Xibaariyoos Qeesaar bulchuu jalqabee waggaa 15ffaa isaatti, yeroo Phonxiyos Philaaxos bulchaa biyya Yihudaa, Heroodis*+ bulchaa koonyaa* Galiilaa, obboleessi isaa Filiphoos bulchaa koonyaa biyya Ixuuriyaa fi Xiraakonixis, Lisaaniyaas immoo bulchaa koonyaa Abiilaan turanitti, 2 bara Haannaasii fi Qayyaafaan+ dura buutota lubootaa turanitti, dubbiin Waaqayyoo lafa onaa+ keessatti gara Yohaannis+ ilma Zakkaariyaas ni dhufe.
-