LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:57
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 57 Warri Yesuusiin qabanis, iddoo barsiisonni seeraa fi maanguddoonni itti walitti qabamanitti, gara Qayyaafaa+ luba ol aanaatti isa geessan.+

  • Yohaannis 18:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haannaas abbiyyuu* Qayyaafaa+ isa bara sanatti luba ol aanaa ture+ sanaa waan taʼeef, isaan jalqaba gara isaatti isa geessan.

  • Yohaannis 18:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Achiis Haannaas akkuma inni hidhametti gara Qayyaafaa luba ol aanaatti isa erge.+

  • Hojii Ergamootaa 4:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Guyyaa itti aanu bulchitoonni, maanguddoonnii fi barsiisonni seeraa* Yerusaalem keessatti walitti qabaman; 6 kana malees Haannaas+ dura buʼaan lubootaa, Qayyaafaan,+ Yohaannis, Iskindirii fi firoottan dura buʼaa lubootaa hundi achi turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi