Luqaas 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 bara Haannaasii fi Qayyaafaan+ dura buutota lubootaa turanitti, dubbiin Waaqayyoo lafa onaa+ keessatti gara Yohaannis+ ilma Zakkaariyaas ni dhufe. Hojii Ergamootaa 4:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Guyyaa itti aanu bulchitoonni, maanguddoonnii fi barsiisonni seeraa* Yerusaalem keessatti walitti qabaman; 6 kana malees Haannaas+ dura buʼaan lubootaa, Qayyaafaan,+ Yohaannis, Iskindirii fi firoottan dura buʼaa lubootaa hundi achi turan.
2 bara Haannaasii fi Qayyaafaan+ dura buutota lubootaa turanitti, dubbiin Waaqayyoo lafa onaa+ keessatti gara Yohaannis+ ilma Zakkaariyaas ni dhufe.
5 Guyyaa itti aanu bulchitoonni, maanguddoonnii fi barsiisonni seeraa* Yerusaalem keessatti walitti qabaman; 6 kana malees Haannaas+ dura buʼaan lubootaa, Qayyaafaan,+ Yohaannis, Iskindirii fi firoottan dura buʼaa lubootaa hundi achi turan.