-
Maarqos 14:53, 54Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
53 Isaan Yesuusiin gara luba ol aanaatti geessan;+ dura buutonni lubootaa, maanguddoonnii fi barsiisonni seeraa hundis walitti qabaman.+ 54 Pheexiros garuu hamma mooraa luba ol aanaa sanaatti irraa fagaatee isa duukaa buʼa ture; achiis tajaajiltoota manicha keessa jiranii wajjin taaʼee ibidda qaqqaammachaa ture.+
-