Maatewos 26:57 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 57 Warri Yesuusiin qabanis, iddoo barsiisonni seeraa fi maanguddoonni itti walitti qabamanitti, gara Qayyaafaa+ luba ol aanaatti isa geessan.+ Luqaas 22:54, 55 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 54 Achiis isa qabanii fuudhanii deeman;+ gara mana luba ol aanaattis isa geessan; Pheexiros garuu irraa fagaatee isa duukaa buʼa ture;+ 55 Yeroo isaan mooraa sana walakkaatti ibidda qabsiisanii waliin taaʼan, Pheexirosis isaan gidduu taaʼee ture.+
57 Warri Yesuusiin qabanis, iddoo barsiisonni seeraa fi maanguddoonni itti walitti qabamanitti, gara Qayyaafaa+ luba ol aanaatti isa geessan.+
54 Achiis isa qabanii fuudhanii deeman;+ gara mana luba ol aanaattis isa geessan; Pheexiros garuu irraa fagaatee isa duukaa buʼa ture;+ 55 Yeroo isaan mooraa sana walakkaatti ibidda qabsiisanii waliin taaʼan, Pheexirosis isaan gidduu taaʼee ture.+