LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:57, 58
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 57 Warri Yesuusiin qabanis, iddoo barsiisonni seeraa fi maanguddoonni itti walitti qabamanitti, gara Qayyaafaa+ luba ol aanaatti isa geessan.+ 58 Pheexiros garuu hamma mooraa luba ol aanaa sanaatti, irraa fagaatee isa duukaa buʼa ture; erga ol seenee boodas wanta taʼu ilaaluuf tajaajiltoota manicha keessa jiranii wajjin taaʼe.+

  • Maarqos 14:53, 54
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 53 Isaan Yesuusiin gara luba ol aanaatti geessan;+ dura buutonni lubootaa, maanguddoonnii fi barsiisonni seeraa hundis walitti qabaman.+ 54 Pheexiros garuu hamma mooraa luba ol aanaa sanaatti irraa fagaatee isa duukaa buʼa ture; achiis tajaajiltoota manicha keessa jiranii wajjin taaʼee ibidda qaqqaammachaa ture.+

  • Yohaannis 18:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yeroo kanatti Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraan tokko Yesuus duukaa buʼaa turan.+ Barataan sun luba ol aanaa sana biratti kan beekamu waan tureef, Yesuusii wajjin mooraa luba ol aanaa sanaatti seene;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi