Maatewos 26:58 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 58 Pheexiros garuu hamma mooraa luba ol aanaa sanaatti, irraa fagaatee isa duukaa buʼa ture; erga ol seenee boodas wanta taʼu ilaaluuf tajaajiltoota manicha keessa jiranii wajjin taaʼe.+ Maarqos 14:54 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 54 Pheexiros garuu hamma mooraa luba ol aanaa sanaatti irraa fagaatee isa duukaa buʼa ture; achiis tajaajiltoota manicha keessa jiranii wajjin taaʼee ibidda qaqqaammachaa ture.+ Luqaas 22:54 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 54 Achiis isa qabanii fuudhanii deeman;+ gara mana luba ol aanaattis isa geessan; Pheexiros garuu irraa fagaatee isa duukaa buʼa ture;+
58 Pheexiros garuu hamma mooraa luba ol aanaa sanaatti, irraa fagaatee isa duukaa buʼa ture; erga ol seenee boodas wanta taʼu ilaaluuf tajaajiltoota manicha keessa jiranii wajjin taaʼe.+
54 Pheexiros garuu hamma mooraa luba ol aanaa sanaatti irraa fagaatee isa duukaa buʼa ture; achiis tajaajiltoota manicha keessa jiranii wajjin taaʼee ibidda qaqqaammachaa ture.+
54 Achiis isa qabanii fuudhanii deeman;+ gara mana luba ol aanaattis isa geessan; Pheexiros garuu irraa fagaatee isa duukaa buʼa ture;+