Maatewos 14:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yeroo sana Heroodis bulchaan koonyaa,* waaʼee Yesuus dhagaʼee,+ Luqaas 23:6, 7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Philaaxos yommuu kana dhagaʼu, inni nama Galiilaa taʼuu isaa gaafate. 7 Nama bulchiinsa Heroodis+ keessa jiraatu taʼuu isaa erga mirkaneeffatee boodas, gara Heroodis isa yeroo sana Yerusaalem keessa turetti isa erge.
6 Philaaxos yommuu kana dhagaʼu, inni nama Galiilaa taʼuu isaa gaafate. 7 Nama bulchiinsa Heroodis+ keessa jiraatu taʼuu isaa erga mirkaneeffatee boodas, gara Heroodis isa yeroo sana Yerusaalem keessa turetti isa erge.