3 Xibaariyoos Qeesaar bulchuu jalqabee waggaa 15ffaa isaatti, yeroo Phonxiyos Philaaxos bulchaa biyya Yihudaa, Heroodis+ bulchaa koonyaa Galiilaa, obboleessi isaa Filiphoos bulchaa koonyaa biyya Ixuuriyaa fi Xiraakonixis, Lisaaniyaas immoo bulchaa koonyaa Abiilaan turanitti,