LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 25:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Sababiin isaas, isaan garboota koo warra ani biyya Gibxiitii baase dha.+ Isaan akka garbi tokko gurguramutti of gurguruu hin qaban.

  • Keessa Deebii 5:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Atis biyya Gibxii keessatti garbicha akka turtee fi Waaqni kee Yihowaan harka jabaa fi irree diriirfameen achi keessaa akka si baase yaadadhu.+ Waaqni kee Yihowaan guyyaa Sanbataa akka kabajju kan si ajaje kanaafi.

  • Keessa Deebii 9:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Akkana jedhees gara Yihowaatti wawwaannaa dhiheessuun jalqabe: ‘Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, saba kee irratti badiisa hin fidin. Isaan qabeenya dhuunfaa keetii,*+ warra ati guddina keetiin furtee fi harka jabaadhaan biyya Gibxii keessaa baaste dha.+

  • Keessa Deebii 9:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Isaan saba kee fi qabeenya dhuunfaa keetii,*+ warra humna kee isa guddaa fi irree kee isa diriirfameen achii baaste dha.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi