-
1 Seenaa Baraa 9:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Israaʼelonni hundi akka hidda dhalootaa isaaniitti ni galmeeffaman; akkasumas Kitaaba Mootota Israaʼel keessatti ni barreeffaman. Yihudaan amanamaa waan hin taaneef, boojuudhaan gara Baabilonitti ni fudhatame.+
-
-
Izraa 2:59Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
59 Warri kanaa gaditti ibsaman Teel Melaa, Teel Harshaa, Keruub, Adoonii fi Iimer irraa kan dhufan taʼus, isaan Israaʼelota taʼuu fi dhiisuu isaanii ilaalchisee manneen abbootii isaanii fi sanyii isaanii sirriitti beekuu hin dandeenye:+
-