-
1 Mootota 8:49, 50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
49 ati bakka jireenyaa kee samii keessaa+ kadhannaa isaanii fi wawwaannaa isaan fudhatama argachuuf dhiheessan dhagaʼi; murtiis isaaniif kenni; 50 yakka isaan si irratti raawwatan hunda isaaniif dhiisuudhaan, saba kee warra si irratti cubbuu hojjetaniif dhiifama godhi. Ati warri isaan boojiʼan akka isaaniif gaddan ni goota; isaanis isaaniif ni gaddu+
-
-
Faarfannaa 106:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 Warri isaan boojiʼan hundi
Akka isaaniif gaddan ni godha ture.+
-