LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 2:59-63
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 59 Warri kanaa gaditti ibsaman Teel Melaa, Teel Harshaa, Keruub, Adoonii fi Iimer irraa kan dhufan taʼus, isaan Israaʼelota taʼuu fi dhiisuu isaanii ilaalchisee manneen abbootii isaanii fi sanyii isaanii sirriitti beekuu hin dandeenye:+ 60 ilmaan Delaayaa, ilmaan Xoobiyaa fi ilmaan Neqodaa 652. 61 Ilmaan lubootaa keessaa: ilmaan Habaayaa, ilmaan Haqoozii+ fi ilmaan Baarzilaay+ isa ijoollee durbaa Baarzilaay Giiliyaadichaa keessaa ishii takka fuudhee fi maqaa soddaa isaatiin waamame sanaa. 62 Kanneen kun, hidda dhalootaa isaanii mirkaneeffachuuf galmee keessaa kan barbaadan taʼus, argachuu waan hin dandeenyeef hojii lubummaa irraa ni ittifaman.*+ 63 Bulchaan* sunis lubni Uuriimii fi Tuumiimiidhaan+ gorsa gaafatu hamma argamutti wantoota hundumaa caalaa qulqulluu taʼan+ irraa nyaachuu akka hin dandeenye isaanitti hime.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi